Lamentations 4:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani worri Edomufi Usi amma haga dandeetani kobla gammada; badiini teesanileeni fago injirtu ya isani d'aqabu geete; isanileni amuma d'iotu ch'eeraani dadaaqa qulla yaatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin banii Edoomiyaasii worri biyya Uuzii keessa jiraattan gammadaa'a! burraaqaa'a! garuu isinillee mijuun kun hin gaya; hin machooftan; qullaa taatanii ifa baatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin kolbaa qachaa Edoomii, worra biyya Uzii keessa leetanu, gammada'aa ilillisa'a; ammoo muduunuun mufii Waaqaa isinitti dhufaarti; isin machoottanee qullaa deentan.