Lamentations 4:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sionini ya gati daba ufi baafte tanaafi, AABBO Waaqi harka worra nu boojie keesaa gadi nu d'iisa. Ammo ee Edomu, AABBO Waaqi si gaargalche wollaala kanke diidati baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin banii Yerusaalemii! adabbiin keessan hin dhaabata; inni bara baqa keessanii hin dheeressu; garuu banii Edoomiyaasii! cubbuu keessan hin adaba; hammeenna keessanillee ifa baasa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaa Xiyoonii! Adabbiin teessan hobbaateerti; Waaqi haganaa achi boojuu keessa akka leetanu isin hin godhu. Ee kolbaa Edoomii, inni yakkaa teessan hin adaba cubbuu teessanille qaaleyatti baasa.