Lamentations 4:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yayileeni ilmaani ufi qorqorate hosifate, ammo worri kiyya akuma guchi ilmaani ufiti naasu inqamne jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jeedallanuu ilmoolee ufii hoosifachu'uuf mucha ufii kennan; baniin kiyya garuu akka guchiiwwan lafa gammoojji'ii gar jabeeyyii ta'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jeedaltinuu ilmee ifii harma hoosifatti, kolbaa tiyya ammoo akka guchiin gammoojji'ii ilme'etti gadhaa jabaatu teeteerti.