Lamentations 4:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami duri nama ch'ufa ira sagale dadansa nyaatu ch'ufti garaachani, dira keesati hobau jira; worri duri machi keesa guddate, ch'ufti fulla huura sagale iti jissani keesa bubua qote barbadata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri nyaata filatamaa nyaata'aa turan; rakkatanii karaa irratti kufaniiran; worri uffata diimaa dhiilgee uffatanii guddatan; amma tuulaa daara'aa irra ciisaniiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan dur waan dansaa nyaataa turte karaa irratti beelaan dhumatte; worri dur woyaa dhiillee uffatee guddate amma tuulaa daadha'aa irra irkate.