Lamentations 4:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilmaani hayyoota teennaleeni duri qulqullo adi ch'aama aka aananiti, gagabbo jajabdu, nafi fayya qabu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abboonni isi'ii ka murti'ii worra baradaa caalaa ifan; worra aannan caalaa addaatan turan; nafti isaanii ka waan diimaa gatii gudda'aa caalaa diimate; bifti isaaniillee akka dhagaa samperii ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sooreyyiin isaanii cabbii caalaa calalaqanee, aanan caalaa addaatan; nafi isaaniille dooqa caalaa dhiille'e; akki dansummaa isaaniille akka dhakaa Safiirosii tola.