Lamentations 4:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo amma kara dira keesa goblooli worraa, ka nami gargari imbenne, dooti guratesite gogafi lafeeni aka mukha wolti gogodde ufuma ch'iisaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amma garuu cilee caalaa gurraachateera; ka karaa irratti isaan beeku hin jiru; gogaan isaanii lafe'een wolitti maxxaneera; akka mukaatitti goganiiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma fuulli isaanii cilee caalaa gurraachoweera; nami karaa irratti isaan beekuuyyuu hin jiru. Gogaan isaanii shuntuuratee lafe'etti maxxanee, akka muka gogee te'eera.