Lamentations 4:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami woraanani due, nama eegi suni, garaachani gaargale hobae ira gooma.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra beelaan dhuman caalaa worra guraade'een ajjeefaman woyya; sababaa waan nyaatan raasaa keessaa hin arganneef beelaan goganii dhuman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra midhaan ficha'aa dhabee suutuma suutaan beelaan du'ee mannaa, worra shallaaga'aan du'e woyya.