Lamentations 5:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO, waan nu tolchani qaabad'i, nu ilaali, ch'eera keenna argi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! waan nu irra gaye yaadadhu; salphinna keenna laali; argi!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Waaqa, waan nu irratti te'e qaabadhu; kunoo, salphinna keennalle dhaggi.