Lamentations 5:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo atini, ee AABBO Waaqa, hayyu haga jiru jireenna tau, ammalle haga d'aloota ch'ufa namuma fidda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhana; yaa Rabbi! ati baraa haga bara baraa bulchita; teessoon kee dhalootaa gara dhalootaa lufee jiraata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Waaqa, ati ammoo, haga bara baraa mooti'i; barcumaan mootummaa teetiille dhalootaa haga dhalootaatitti jiraata.