Lamentations 5:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Horini keenna ch'ufti harka nyaapa jira, nama gosa d'ibiiti worra keennati gala.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lafti teenna worra gala'aaf; manniin keenna worra nyaaphaatiif dabarfamanii kennaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qabeenna keenna ormi, mana keenna alagaan fudhate.