Leviticus 1:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan suni ha waan mesa fakaata kaani gama mirgati AABBO Waaqa durati gorau, duuba qaaloleeni ilmaani Haruni ha d'iiga isaa suni waan aka mesa jira kaani gama afraaniti fifit'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee ciincaa itti dhiyeessan gara cinaa mirgaatiin Rabbiin afo'otti goorra'a; dhiiga san ijoolleen Aaroonii gadoonni hulee ciinca'aa gubba'aa fi naannayatti facaasan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni addee ciinca'aa cinaa gara kaabaatitti fuula ana Mootii Waan Maraa duratti korbeessa san qaluu ti; ilmaan Aaronii hayyooti dhiiga isaa cinaa addee ciinca'aa san maratti dhangalaasanuu ti.