Leviticus 1:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba namichi ka miha garaatifi fooni lukha d'iquuti, ammo qaallichi ha fooni kaani ch'ufa fuud'e mesa irati gubuti. Aka akasiini ch'inch'aani waan gubani suni AABBO Waaqa gammachiiftu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadichi mi'a gara'aatii fi kottee arfan miicee foon maraa fidee hulee ciinca'aa irratti guba; ciincaan gubatu sun Rabbiin afo'otti kennaa urgaayaa ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichi meya gadha'aatii fi manyeelee san bisaaniin dhiquu ti. Hayyichi ammoo kennansa gubamu san mara addee ciinca'aa irratti gubuu ti; kennansi gubamu kun ka foolee dansaa qabu ka ana Mootii Waan Maraa gammachiisu.