Leviticus 1:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle ha garaachafi waan keesa jira fuud'e, waan mesa fakaata kaani gama ilaboru fulla daara iti jissaniti gatuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mi'a gara'aa koolaan gargar baasee gara cinaa baya biiftu'uutiin hulee daaraan itti gatamutti gata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daakuu isi'ii baala isi'ii woliin keessaa baasee, addee ciinca'aa gara baya adu'uutitti, addee daadhaa itti gatanutti gatuu ti.