Leviticus 1:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni ha koola lachu fuud'e, nafa isaa gargari tarsaasu, ka koola suni iraa imbuqimne, ammalle ha fooni suni waan aka mesa kaani irati gubuti, aka akasiini ch'inch'aani waan gubani suni AABBO Waaqa gammachiiftu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Koollan adda babbaasa; garuu hulee lamatti hin qoodu; gadichi muka ibiddaa ka hulee ciinca'aa irratti guba; ciincaan gubatu sun Rabbii kennaa urgaayaa ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni karaa koola isi'iitiin gad quncisuutii malee, irraa hin kutin; achiin duuba hayyichi qoraan addee ciinca'aa irratti bobe'u san irratti gubuu ti. Kun kennansa gubamu, ka ibiddaan gubamee dhikaatu, ka foolee dansaa qabu ka ana Mootii Waan Maraa gammachiisu.