Leviticus 1:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja inni looni isaa keesa korma gubani sorio baasani baase, kormi suni ha korma aabo inqamne tahu. Korma suni ha balbala Waaro Woyyuma duraani d'ufu, aka AABBO Waaqi ee jed'e isa ira fud'atu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kennaan ciincaa gubamuuf dhiyaatu horii keessaa yoo ta'e korma mudaa hin qabne haa dhiyeessuu; hennaa dhiyeessu Rabbitti akka toluuf balbala daasee wol gayi'ii afo'otti haa dhiyeessuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kennansi kun kennansa hori'ii ka gubamu yoo te'e, korma fafa hin qanne te'uu ti; Mootii Waan Maraa duratti fudhatama akka qabaatu, seensuma gara Dunkaanii Woldeenna'aa duratti dhikeessuu ti.