Leviticus 1:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba namichi kaani ha miha garaatifi fooni lukha d'iquuti, ammo qaallichi ha fooni kaani ch'ufa waan aka mesa kaani irati gubuti aka akasiini ch'inch'aani waan gubani suni AABBO Waaqa gammachiiftu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mi'a gara'aatii fi kottee arfan ammo bisaaniin haa miicuu; gadichi ciincaa ibiddaan gubamee dhiyaatu maraa Rabbiin biratti akka urgaa mishaa ta'u ciincaa godhee guba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni meya gadha'aatii fi manyee bisaaniin dhiquu ti; hayyichi meya gadha'aatii fi manyee san mara addee ciinca'aa irratti gubee aarsuu ti; kennansi kun ka foolee dansaa qabu ka ana Mootii Waan Maraa gammachiisu.