Leviticus 10:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Musani waan Harunifi ilmaani isaa lamaani hafte taani, Eleazarifi Ithamarini jed'e, mid'aani gubani AABBO Waaqaa baasani, ka iraa hafe, fuud'a, qit'a bukho inqamne d'aaba d'aatu waan mesa fakaatari nyaad'a; wonti akanatiifi wonti baasani kunini quddo qulqullo.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen Aaroonii fi ijoollee Aaroonii ta du'a irraa hafte Alaazarii fi Itaamiriin akkana jedhe, «Kennaa guddisee woyyoome waan ta'eef kennaa midhaanii ka Rabbiif ciincaa ta'ee dhiyaatee hafe keessaa fuudha'aatii xoroshoo godha'aatii hulee ciincaan itti dhiyaatu biratti nyaadhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseen Aaronii fi ilmaan Aaronii worra hafe Ele'azaarii fi Itaamaaniin, «Kennansi midhaanii ka kennansa ibiddaan gubamee Mootii Waan Maraatiif dhikaatu irraa hafe sun kennansa irra caalaa woyyuu te'e keessaa tokko waan te'eef, fuudha'aatii, uukoo malee bukeessa'aatii, addee ciinca'aa biratti nyaadha'a.