Leviticus 10:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fulla qulqullooti nyaad'a; kunini sagale AABBO Waaqa baasani keesa qooda keesanifi ka ilmaani teesaniti. Wonti AABBO Waaqi nani jed'e suni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kennaa ciinca'aa ka Rabbiif ibiddaan gubamee ciincayee dhiyaate keessaa kun gayee Rabbi ijoollee teessaniif kenne waan ta'eef hulee woyyu'utti nyaattan; waan Rabbi akkas jedhee na ajajeeruuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kennansa ibiddaan gubamee Mootii Waan Maraatiif dhikaatu keessaa kun qooda keetii fi qooda ilmaan teetii waan te'eef, addee woyyitti'itti isa nyaadha'a! Ani tana ajajameera.