Leviticus 10:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo isanifi worri keesanileeni handaraafafi miila lukha ka olqabani, aka AABBO Waaqaa baasani garsiisani, nyaachu dandeetani; fulla qulqullo ch'ufaati. Waan baasani kana ya isanifi ijoolle teesanii kennani, aka isiini sorio wold'ageeti worra Israeli baasu keesa qooda keesani taatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunniin fayyinna ijoollee Israa'eliitiif, kennaa ijoollee teetiitiif, si'iif gayee akka ta'u waan kennamanii fi foon handaraafaa ka sosocho'u lukallee fuutanii atii fi ijoolleen tee ta intalaallee hulee woyyu'utti nyaattan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Atii fi ilmaan teeti, durri teetille cormii tachoofantee fi luka ol fuudhante san nyaadha'a. Kun kennansa tokkumma'aa ka Israa'elooti dhikeessitu keessaa qooda keetii fi ijoollee teetii waan te'eef, addee akka aadaa dhugeeffanna'aatiin qulqulluu teetetti nyaadha'a.