Leviticus 10:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri miila lukhatiifi handaraafa ha hojja gabbinna gubani AABBO Waaqa baasani d'ufuuni. Qoodi kunini keesanifi ka ijoolle teesaniti haga jiru jireenna, akuma AABBO Waaqi jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lukaa fi handaraafa Rabbiin afo'otti sosochoosan cooma ibiddatti ciinceeffamu woliin haa fidanii akkuma Rabbi ajaje si'ii fi ijoollee teetiillee gayee baraa haga bara baraa haa ta'uu» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Luki ol fuudhantee fi cormiin kennansa tachoofamuuf dhikaatte sun, moora kennansa ibiddaan gubamuuf dhikaate, ka kennansa tachoofamuuf Mootii Waan Maraatiif akka dhikaatu kenname woliin dhikaatuu ti. Kun akkuma Mootiin Waan Maraa ajajetti haga bara baraa qooda keetii fi qooda ijoollee teetii hin te'a» jedhe.