Leviticus 10:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani maanifi sorio dabaani ufi iraa baasani fulla Woyyumati inyaatina? Sorioni suni guddo qulqullo, ammalle yayu AABBO Waaqi isanii kenne aka ch'ubbu gumi iraa fuud'ani, akasiini worraa araaramani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Guddisee waan woyyuu ta'eef cubbuu bani'iitiif akka Rabbiin araara gaafattan isinii waan kenneef maaf ciincaa waan cubbu'uutiif hulee woyyu'utti dhiyaate hin nyaanne?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Kennansi araara cubbu'uutiif dhikaate sun kennansa irra caalaa woyyuu te'e keessaa tokko waan te'eef, isin maaf addee woyyitti'itti nyaatuu dhaddane? Mootiin Waan Maraa akka isin fuula isaa duratti gumaa kennitanee kolbaa irraa yakkaa akka balleessitanu isiniif kenneeyyu.