Leviticus 10:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan d'iiga sorio suni achumati nyaachu maltani, akuma qara anini isaniini jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin dhiiga hulee woyyuu hin seensifne; silaa akka ani isin ajajetti hulee woyyuu keessatti nyaattanii» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhiigi korbeessaa sun gara addee woyyitti'ii waan seenuu dhabeef, akkuma ani isin ajajetti silaa isin korbeessa san addee woyyitti'itti nyaatuu qaddaniiyyu» jedhe.