Leviticus 10:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Harunini waan jed'eeni, Ato sila anini sorio dabaani ufi iraa baasani arra nyaad'e, AABBO Waaqi tanaa jed'e ingammada? Biyyiti ya sorio dabaani ufi iraa baasani arra AABBO Waaqaa baafte, ammalle sorio gubanile d'ufteeni, ammo yo akasile taate, wonti hamtuni tuni na inhanqanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Aaroon Muuse'een, «Kunoo adha ciincaa isaan waan cubbu'uutiif ciincawu ka Rabbiin afo'otti dhiyeessan uduu nyaadheera ta'e Rabbiin hin gammachiisaa? garuu wonti kun maruu na irra gaye» jedhee deebise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Aaronille deebisee Muuse'een, «Kunoo, isaan adha kennansa araara cubbu'uutiif dhikaatuu fi kennansa gubamu fuula Mootii Waan Maraa dura dhikeessaneeran; wonni akkasii kun analle dhaqqaddeerti; ani adha kennansa araara cubbu'uutiif dhikaate kana adoo nyaadhee jiraadhee silaa Mootiin Waan Maraa natti hin gammadaa ree?» jedhe.