Leviticus 10:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duba Musani Mishaelifi Elisafani, ilmaani Uzieli, ta abbuyoota Harui, yaame waan jed'eeni, koota, reefa oboleyaani teesani kana fuud'a, Waaro Woyyuma biraa fageesa, alati baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen eessuma Aaroonii ilmaan Uzi'eelii Misaa'ee fi Elsaafaaniin waamee «Kootta'aatii reeffa obboleewwan teessanii hulee woyyuu afo'oo fuudha'aatii gandaan ala gara raasa'aa baasaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseen Miishaa'elii fi Elzaafaan ilmaan Uzii'elii abbaa diqqaa Aaronii waamee, «Kowa'aatii reeffa ilmaan obboleessa keessanii addee woyyittii tana irraa fageessa'aatii, addee quttumaatiin alatti baasa'a» jedhe.