Leviticus 10:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaro Woyyuma keesaa imbahina yo keesaa baatani indootani; wonti akanatiifi isani ya d'ad'a AABBO Waaqatini muudani. Duuba worri waan Musani jed'eeni ch'ufa guute.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muudamni Rabbii waan isin irra jiruuf akka hin duune balbala daasee wol gayi'iitii hin fagaatinaa'a» isaaniin jedhe; isaanillee akkuma Muuseen jedhe godhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa zayitii muudaa ta ifiitiin waan isin muudeeruuf, akka hin duuneef seensuma Dunkaanii Woldeenna'aa duraa hin deemina'a» jedhe. Isaanille akkuma Muuseen isaan ajaje godhane.