Leviticus 10:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sifi ilmaani tante daad'ifi haraqe d'uuddani Waaro Woyyuma induudiina; yo akasi taatani indootani. Tunini seera haga jiru jireenna d'alooti kanke guutu male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Hennaa gara daasee wol gayi'ii seentan, akka hin duune atii fi ijoolleen tee daadhii woyini'iitii fi waan nama macheessu maraa hin dhuginaa'a; kun ijoollee ijoollee teessaniitiif seera baraa haga bara baraa isinii haa ta'uu;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Akka hin duuneef atii fi ilmaan teeti Dunkaanii Woldeenna'aa yennaa seentanu daadhii woyni'ii yookiin untoo nama macheessitu hin unina'a. Kun dhaloota dhufu maraaf seerata haga bara baraa te'uu ti.