Leviticus 11:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan isani worra Israelitini jettani, bineensi lafa keesa jiru ka isani nyaachu maltani kana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ijoollee Israa'eliitiin akkana jedhaa'a; busaawaa lafaa irraa maraa keessaa wonti nyaattan kaniin;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Israa'elootaan, ‹Bineensota maraa fi horii mara keessaa ka isin nyaatuu dandeettanu: