Leviticus 11:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami reefa bineensa kana tuqu ch'uft haga aduuni d'iituti qulqulooniti: bineensa queench'a qabu ch'ufa yo qeench'i worraa kaarru qabaate worri alala deeate male, ammalle, bineensa kotte ch'ufale. Nami reefa worra baate ch'ufti woya miich'achu male ammo ato miich'atele haga aduuni d'iituni inni qulqullooniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Kunniin isin batteessa; namni raqa waan kanniinii tuqu maruu haga aduun dhiitutti batti'i;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Isaan kun isin batteessan; nami reeffa isaanii tuqe marti haga galgalaatitti battii hin te'a.