Leviticus 11:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bineensa qeench'e kaarru qabu ka alala deefatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Busaawaa kottee baqaqa'aatii fi ka alala dhayan maraa nyaadhaa'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ka kotteen isaa baqaqa qadduu fi ka alalfatu mara nyaatuu hin dandeettan.