Leviticus 11:33 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle yo reefi suni okote faara keesa bue, wonti keesa jira qulqullooma d'abdi. Ammalle okote faara suni ha ch'absani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan battii san keessaa tokko meeshaa faaraa keessa yoo bu'e, meeshaa sanniin maraa cabsaa'a; wonti isa keessa jiru batti'i;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Reeffi isaanii meya faara irraa hujame keessa yoo bu'e, wonni keessa jiru marti battii waan teetuuf meya san cassa'a.