Leviticus 11:34 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sagale sila nyaatani, ta bisaani okote suni iti ch'obani qulqullooma d'abdi, ammalle wonti sila okote suni keesaa d'uganileeni qulqullooma inqabdu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bisaan achi keessaa sunillee waan nyaatan marattuu yoo jige, nyaata nyaattamuu fi bisaan dhugan irrattillee yoo jige, maraa hin batteessa; ka achi keessaa dhugu maruu hin battaaya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bisaan meya san keessaa Sagalee nyaatanu maratti yoo cophe, sagaleen sun battii hin teeti; wonni meya san keessaa unanu marti battii hin te'a.