Leviticus 11:35 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti reefil suni ira buu tokoleeni qulqullooniti; okote faaratifi waan woiti d'aabani d'ibile ch'ufa ch'ach'absu malani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti randhi sun irra bu'e maruu huleen ibiddaa haa diiggamuu, sunsumnillee haa caccabuu; battii waan ta'eef; isin birattillee battii waan ta'eef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni reeffi isaanii irra bu'e marti battii hin te'a; eeleen yookiin okkoteen sun cacadduu ti. Isaan martinuu batti'i; akka batti'iititti isaan ilaala'a.