Leviticus 11:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo gaalafi, hillens afi bineensa d'ibi aka isaale inyaatina; bineensa akasi suni aka waan qulqullo intahiniti herega. Wonti akanatiifi bineensi kunini alala deefata, ammo qeench'i isani kaarru inqabu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
garuu waan alala dhayu ka kottee baqaqa'aa keessaa kanniin hin nyaatinaa'a. Gaalli alala dhaya; garuu kotteen isaa duudaa waan ta'eef isin biratti batti'i.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Bineensota alalfatu ka kotteen isaa baqaqa hin qanne yookiin ka kotteen isaa baqaqa qabaattee hin alalfanne hin nyaatina'a. Gaalli hin alalfata, garuu kotteen isaa baqaqa waan hin qanneef, akka aadaa dhugeeffanna'aatitti battii isiniif te'uu ti.