Leviticus 11:44 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini, AABBO Waaqi keesani Waaqa qulqullo, Tanaafi ufi qulqulleesa, qulqullo taha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Rabbi Waandhi keessan woyyuu waan ta'eef isinillee nafa keessan woyyoomsaa'a, woyyoota ta'aa'a; ani woyyuu waan ta'eef waan lafa irra loowu'uun sosocho'u maraan nafa keessan hin batteessinaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Mootii Waan Maraa Waaqa keessan; ani woyyuu waan te'eef, isinille ifi adda baasa'aatii, woyyuu te'a'a. Dada gadha'aan lafa irra sinqiiqqatanu kanaan ifi hin batteessina'a.