Leviticus 11:45 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini Waaqa keesani, ka lafa Misiri keesaa isani baase, aka Waaqa keesani tahu. Tanaafi akuma anini qulqullo isanileeni qulqullo tahu maltani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Rabbiin isinii ta'u'uuf biyya Misiriitii isin baase; kanaaf ani woyyuu waan ta'eef isinillee woyyoota ta'aa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Waaqa keessan te'iisaaf, Mootii Waan Maraa ka biyya Gibxi'ii keessaa isin baase; tanaaf, ani woyyuu waan te'eef, isinille woyyuu te'a'a.