Leviticus 11:47 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani qorqorachu maltani, aka waan qulqulloofi waan qulqullo intahini yokhaani bineensa nami nyaatufi ka nami inyaannel gargari hubattani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
kun waan lubbuu qaban ka batti'ii fi battii hin taane, ka nyaattanii fi ka hin nyaanne akka addaan baafattaniif.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin waan battii te'ee fi waan qulqulluu te'e, dada lafa irraa ta lubbuu qaddu keessaa ka nyaatamanuu fi ka hin nyaatanne gargar baasa'aatii beeka'a› jedha'a» jedhe.