Leviticus 11:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Booyye inyaatina, isiile aka waan qulqullo intahiniti herega; wonti akanatiifi qeench'i isii kaarru, ammo alala indeefatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Booyyeen kotteen isaa baqaqa'a; garuu waan alala hin dhoofneef isin biratti akka batti'ii haa ta'uu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Booyyee kotteen isi'ii baqaqa qaddi, garuu waan hin alalfanneef, battii isiniif teetuu ti.