Leviticus 11:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bineensa akana kana tokole inyaatina, yokhaani reefa isanile intuqina; wonti akanatiifi inni qulqullooniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Foon busaawaa kanniinii hin nyaatinaa'a; raqa isaaniillee hin tuqinaa'a; kunniin isin biratti batti'i.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan kun isiniif battii waan te'aneef, foon isaanii hin nyaatina'a; reeffa isaaniille hin tuqina'a.