Leviticus 11:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qurt'umi gosa ch'ufa ta bisaani keesati galtu nyaad'a,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Waan bisaan keessa jiraatan maraa keessaa waan garbaa fi galaana keessa jiraatan maraa keessaa waan koolaa fi qonyonyaan qabu nyaadhaa'a; garuu kanniinii olitti
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Bineensota abbaayaa keessatti yookiin laga keessatti dadamane keessaa, ka koolaa fi solloqqee qabanu nyaadhu.