Leviticus 12:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba qaallichi ha waan isiini d'ufteeni suni AABBO Waaqa baase, aada isiini qulqulleesani guutufi. Duuba akanaani isiini qulqulloofti. Aadaani na d'eeni d'iirafi dubra d'altu tana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadichillee Rabbiin afoo dhiyeessee Rabbiin wolitti isii araarsa; isiinillee xurii dhiigaa irraa qulqulloofti; seerri dubartii dhiira yookaan intala deettee kana.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Innille cubbuu isi'iitiif gumaa tolchiisaaf fuula Mootii Waan Maraa dura dhikeessuu ti. Isiille akka aadaa dhugeeffanna'aatitti dhiiga isii irraa dhangala'u irraa hin qulqulloonti. Seerri yennaa dubartiin ilma yookiin intala deettee kana.