Leviticus 13:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
madaani sunini d'ukuba hama gogaani bahu. Qaallichi ha, Inni qulqullooniti jed'e biyya beesisu, wonti isa koba gumi keesa baasanifi injrtu, wonti akanatiifi inni qara qulqullooniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kun dhibee gogaa kukkutu ka gogaa isaa irra ture jedhaan; kun batti'i; kanaaf gadichi mana addaatitti balbala itti hin cufu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
dhukkuba goga'aa farrisiisaa hidda naqate waan te'eef namichi sun battii akka te'e hayyichi beessisuu ti. Inni battii waan te'eef hayyichi qofi isa hin baasin.