Leviticus 13:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo d'ukubi gogaa sunini hammaate nafa nama suni ch'ufa qabate,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhibeen gogaa kukkutu kun nafa isaa irratti bayee babadhatee yoo addaate, gadichi namicha dhibee gogaa kukkutuun qabame gogaan isaa maruu mataa irraa haga lukaa dhibee kanaan akka qabame yoo beeke,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Dhukkubi sun guddatee gogaa namichaa mara irratti bayee, hayyichi qorqoree yennaa ilaalu, mata'aa haga miila isaa yoo golle,