Leviticus 13:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaallichi ammalle ha isa ilaale, yo aka madaani isaa kulkultu arge, Inni qulqullooniti jed'e biyya beesisu. Madaani deebite kulkultu ch'ufti d'ukuba hama aka qomaat'aati, nami suleeni qulqullooniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadichi foon kulkulee malaa guure yoo arge batti'i jedhaan; foon madaayee kulkule sun dhibee battii gogaa kukkutu jedhaan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyichi qorqoree foon diimaa yoo isa irratti dhagge, namichi battii akka te'e beessisuu ti. Foon diimaan sun battii waan te'eef, namichi dhukkuba goga'aa farrisiisaa qaba.