Leviticus 13:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaallichi ha isa ilaale, yo fullaani suni gadi qile taate rifeensi isi keesa jiruleeni addaate, qaallichi ha inni qulqullooniti jed'e biyya beesisu. Woni sunini d'ukuba hama aka qomaat'a, ka d'ulla keesani bahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo madaan sun gogaa keessatti gad boolleessee rifeensi isaallee yoo addaatee jijjiiramee jiraate, gadichi batti'i kun dhukkuba gogaa kukkututu itti bayeera jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyichille qorqoruu ti; iiti sun gogaa keessa dabartee boollottee, rifeensi isii keessaalle addaatee yoo jiraate, dhukkubi sun dhukkuba goga'aa farrisiisaa, iita irratti baye waan te'eef, namichi battii akka te'e hayyichi beessisuu ti.