Leviticus 13:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo madaani sunini guddate, qaalichi ha, inni qulqullooniti jed'e biyya beesisu, inni ya d'ukuba fuud'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhibeen sun gogaa isaa irra yoo babadhate batti'i; dhibee gogaa kukkutu jedhaan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Robbiin sun gogaa keessa babadhatte yoo jiraatte, dhukkuba goga'aa farrisiisaa waan te'eef, hayyichi akka inni battii te'e beessisuu ti.