Leviticus 13:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo madaani suni akuma qara kaani teete, ka iti inhiiqini, isiini qadaanisa d'ulla kaani, duuba qaallichi ha, Inni qulqullo jed'e biyya beesisu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu yoo baccarroon nafa isaa irra babadhachuu baatee nafa isaa irratti fayyee gadaannisa ta'e, gadichi ati qulqullu'u jedhaan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Robbiin sun adduma jirtutti hattee yoo hin babadhatin, gadaannisa iitaa qofa waan te'eef, hayyichi akka inni qulqulluu te'e beessisuu ti.