Leviticus 13:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo rifeensi addaachu baate, madaani qile tahu baate guddo imulane, qaallichi ha guyya torba gumi keesaa isa koba baasu,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadichi laalee dhibeen baccarro'oo sun akka hin addaanneef rifeensi isaa yoo hin jijjiiramnee fi nafa isaa keessa madaan yoo gad hin seenne garuu yoo fayye gadichi mana addaatitti itti haa cufuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyichi baarilee san qorqoree, rifeensi adiin isii keessa yoo hin jiraanne, baarileen sun gogaa keessa dabartee adoo hin boollowin, qoortee yoo jiraatte, hayyichi haga guyyaa torbaa qofi isa baasuu ti.