Leviticus 13:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
guyya torbeeso qaallichi ha ammalle isa ilaalu, yo isiini guddachu jiraate, isiini d'ukuba hama aka qomaat'aati, duuba qaallichi ha, Inni qulqullooniti jed'e biyya beesisuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadichi guyyaa torbeesso'oo irratti deebi'ee yoo laalu dhibeen sun gogaa irratti yoo babadhateera ta'e, kun batti'i; dhibee gogaa kukkutu jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa torbeesso'ootitti hayyichi ammalle qorqoruu ti; baarileen sun gogaa keessa babadhattee yoo jiraate, dhukkuba goga'aa farrisiisaa waan te'eef, hayyichi akka inni battii te'e beessisuu ti.