Leviticus 13:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaallichi ha mada suni laalu, hojja rifeensi mada suni keesa jiru addaate madaani suni gadi qilate, inni d'ukuba hama aka qomaat'a; duuba qaallichi Nami kunini qulqullooniti jed'e, ha biyya beesisu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
gadichillee dhibee gogaa foon isaa irratti mudhate hin arga; yoo rifeensi yookaan coraan irraa luqqa'ee dhibeen isaa gogaa irraa gara foonii gad lufe, dhibee gogaa kukkutu; batti'i haa jedhuunii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyichi madaa gogaa namichaa san qorqoruu ti; rifeensi madaa san keessa jiru adii te'ee yoo jiraate, addeen mada'aa sun gogaa keessa dabartee gara keessaa boollottee yoo jiraate, kun dhukkuba goga'aa farrisiisa'a. Hayyichi qorqoree hubateen duuba akka aadaa dhugeeffanna'aatitti akka inni battii te'eeru beessisuu ti.