Leviticus 13:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
qaallichi ha ilaaluti, yo madaani suni qile taate rifeensi isi qaqalla hahad'icha taate, madaani suni d'ukuba hama aka qomaat'aati, qaallichi Nami suni qulqullooniti jed'e ha biyya beesisu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
gadichatti uf haa mudhisanii; yoo madaan sun foon keessa gad bu'ee jiraate, yoo rifeensillee bifti isaa boora ta'e, gadichi batti'i jedhaan; dhibee mata'aa yookaan bo'isaa dhibee gogaa kukkutu ka areedaati jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
hayyichi madaa san qorqoruu ti; madaan sun gogaa keessa dabartee, rifeensi isii keessaa hadhooticha te'ee qadhatee yoo jiraate, dhukkuba citto'oo yookiin dhukkuba goga'aa farrisiisaa mataa irratti yookiin areeda irratti baye waan te'eef, hayyichi nami sun battii akka te'e beessisuu ti.